Urjiiwwan Bilisummaa Fi Dhuma Hooggansa Ekeraa

Prix réduit $20.00 Prix régulier $22.00

Urjiiwwan Bilisummaa Fi Dhuma Hooggansa Ekeraa kitaabaa qabsaa'aa beekama Tokkummaa Miidhagsaa ykn Abbaa Mirgaan barreefame. Kitaabni kun dadhabuu gadaati jalqabee rakkoo Oromo muddate, ka'uumsa fi hudhaaleee ABO/WBO, sochii baratoota Oromo fi amma qabsoon maalitti akka jiru kan ibsu. Jaal Abbaa Mirga abba dirree qabsoo jira.